ProWord
Is this site a blessing to you?
Czeslaw Bassara
E-mail: This e-mail address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view ithttp://www.proword.eu
Czeslaw Bassara
E-mail: This e-mail address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view itYaaqob N. Ispurgiyoon akkas jedhe barreessee ture:
Hojiin filannoo keetii, tajaajilli waamicha kastosiiti. Hojii keessatti akka ofitti fudhatutu sirra eegama; tajaajila keessatti akka kennittutu sirraa eeguma. Hojii keessatti wanta tokko argachuuf wanta ta'ee kennu qabda; tajaajila keessatti wanta siif kenname deebistee kennu danda'uu qabda. Hojiin dandeetti kee irratti hunda'aa. Tajaajilli dandeetti ati waaqayyoof qabduu irratti hunda'a. Hojii hojeteef galatni akkuma siif laatamu; tajaajilli godhamuu ulfina waaqayyoof kena.