Dubbii sagalee waaqayyoo labsuun' tajaajila waligalaa kitaaba qulqulluu gucaa daa'immaan wangeelan dhaqabuu waliin ta'anii barsiisuudha. Tokkummaan kunis fedha hafuura hojettootaa karaa tajaajila waligala kitaaba qulqulluu barsiisuuttin guutuudha. Kunis warra dhugaan kitaabni qulqilluun dubbii waaqayyoo ta'uu isaa fudhataniif eebba guddaadha.
Tajaajilli kun iddoo fi ta'iiwan adda addaa irratti CEF'n bakka bu'a.
Barsiisuu fi lallabuu
- Institutii CEF keessatti barsiisuun
- CEF bakka bu'uun seminaarotaa fi colleejjii kitaabaa qulqulluu keessatti barsiisuun.
- Konferansii, leensii fii tajaajila waldaa keessatti dubbachuun.
CEF bakka bu'uun
- Pastaroota fi dura bu'oota doo'achuun
- Waltajjii, konferansii fi gorsa waligala irratti CEF bakka bu'uun.
Barreessuun
Barruu fi toraa keessa tokko tokko barreessuun. Baay'inni isaanii toora (site) keenyarratti ni argamu.